Non-Discrimination Notice and Accessibility Rights (Oromo)

Whole Body Health Physical Therapy seera hawwaasummaa Feederaalaan kan wal simu ta’ee sanyii, bifa, dhiigaan, uumriidhaan, yookiin koorniyaadhaan kan wal hin loognee dha.

Whole Body Health Physical Therapy namoota yookiin sanyii sanyiidhaan, bifaan, dhiigaan, umriidhaan, hir’ina qaamaan yookiin koorniyaadhaan adda hin baasu.

 Whole Body Health Physical Therapy:

  • Namootni hir’ina garaagaraa qaban bifa gaarii ta’een nu waliin haasa’uu akka danda’aniif deeggarsa fi tajaajila tolaa kennaafii, kanneen akka:

    • Namoota afaan mallattoo haalaan hiikkuu danda’an

    • Odeeffannoo barreeffamaa foormaatii adda ta’een (barreeffama guddaadhaan, sagaleedhaan, foormaatii eleektirooniksii argamuu danda’uun, foormaatii biroo)

  • Namoota afaan dhalootaa isaanii afaan Ingiliffaa hin taaneef tajaajila afaanii tolaa dhiheessuufi, kanneen akkaL:

    • Warra dandeettii afaan hiikuu gahaa ta’e qaban

    • Odeeffannoo afaanota birootiin barraahe

Tajaajila kana yoo barbaadde, Justine Cosman, COO qunnamaa

Kana yoo itti amante Whole Body Health Physical Therapy tajajila kana kennuudhaaf hin dandeenye yookiin tajaajila kana kennuu hin dandeenye yookiin sanyiidhaan ,bifaan, dhiigaan, umriidhaan, hiri’ina qaamaan, ykn koorniyaadhaanii fi kanneen birootiin looguu, komii keessan kanneen armaan gadiitiin dhiheessuu ni dandeessu:

Justine Cosman, COO - Whole Body Health Physical Therapy
2525 NW Lovejoy St. Ste 202
Portland, OR 97210

P: 503-223-1856
F: 503-223-1765
justinecosman@wholebodyhealthpt.com

Komii namaan, yookiin poostaadhaan, faaksiidhaan, yookiin e-mail dhaan dhiheessuu ni dandeessa. Komii guutuudhaaf gargaarsa yoo barbaadde, Justine Cosman, COO si gargarudhaaf qophii dha.

Komiiwwan mirga namoomaa U.S. Department of Health and Human Services (Kutaa Fayyaa fi Tajaajila Namoomaa U.S), Office for Civil Rights (Waajjira Mirga Hawwaasummaa)  eleektirooniksiidhaan the Office for Civil Rights Complaint Portal, kunis kan argamu https://ocrportal.hhs.gov/ocr/portal/lobby.jsf, ykn  poostaadhaan yookiin bilbilaan :

U.S. Department of Health and Human Services

200 Independence Avenue, SW

Room 509F, HHH Building

Washington, D.C. 20201

1-800-868-1019, 800-537-7697 (TDD)

Foormiin komiidhaa kan argamu http://www.hhs.gov/ocr/office/file/index.html irratti dha.